Ispoortii
Maanchiister Siitii fi Inter Miilaan tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darban
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Maanchiister Siitiin Baayerni Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbeera.
Siitiin walii gala goolii 4 fi 1n Baayerni Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbuu isaa mirkaneeffateera.
Inter Miilaanis goolii 5 fi 3n Beenifikaa injifachuun tapha walakkaa xumuraaf…
Read More...
Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 adabame
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) - Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessaa Seeneegaalii fi Liivar Puul duraanii Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 akka adabamu itti murtaa’uu Kilabni Baayern Muunik beeksiise.
Maaneen waahila isaa…
Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Har’aa fi Boru ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Taphni Cheelsiin dirree isaarratti Riyaal Maadriid, Naappooli AC…
Atileet Amanee Bariisoon Maraatoonii Boostaan 2ffaan xumurte
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Maraatoonii Boostaan Ameerikaatti gaggeeffameen Atileet Amanee Bariisoon sadarkaa 2ffaan xumurteetti.
Atileet Amaneen, dorgommichaa sa’aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekoonii 50 kan itti fudhate yoo ta’u…
Leenjisaan Wubatuu Abaataan waliigalteen leenjisummaa gadi lakkisan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC)-Leenjisaa Wubatuu Abaataa leenjisummaa olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa waliigalteen gadi lakkisan.
Leenjisaa Wubatuu Abaataan gaaffii itti gaafatamummaa gadi lakkisuu Federeeshinii…
Taphni Nuusa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Riyaal Maadriidii fi Cheelsii gidduutti taphatamu akkaan…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Taphni Nuusa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Riyaal Maadriidii fi Cheelsii gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni Kilaboota Xaaliyaanii Naappoolii fi AC…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’aa fi boru ni taphatamu.
Taphni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee…