Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Ameerikaatti daawwannaa taasisuufi
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Baatii Adoolessaa dhufu Ameerikaatti imala daawwannaa taasisuuf ta’uu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Beeksise.
Garechi turtii isaan Gareewwan Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Kaaribiyaan waliin akka taphatu eerameera.
Deeggartoonni, garee kubbaa miilaa biyyaalessaa jajjabeessuuf qophii…
Read More...
Atileetonni Ityoophiyaa Liigii Daayimandii Dohaarratti ni hirmaatu
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa baatii Eblaa dhufu Kuwataar Dohaatti kan gaggeeffamu dorgoommii Liigii Daayimadii irratti ni hirmaatu.
Abbaa rikaardii shaampiyoonaa mana keessaa addunyaa Atileet Lammeechaa…
Cheelsiin Firaanki Laampaardiin leenjisa yeroon miindesse
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kilabni Kubbaa Miilaa Cheelsiin urjii fi leenjisaa duraanii kilabichaa Firaanki Laampaardiin leenjisaa yeroo taasisuun miindessuu beeksise.
Laampaardi, leenjisummaa kilaba Cheelsiirraa erga…
Atileet Abajjee Ayyaanaa Maaraatoonii Paariis injifate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Atileetiin Ityophiyaa Abajjee Ayyaanaa dorgommii Maaraatoonii Paariis har’a gaggeeffame injifateera.
Atileet Abajjeen dorgommichaa sa’aatii 2, daqiiqaa 7 fi maayikiroo sekoondii 14’n injifateera.…
Piriimayeer liigii Ityoophiyaan Adaamaan Machaal injifate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimayeer liigii Ityoophiyaa har'a taphatameen Adaamaan Machaal injifateera.
Taphoonni Piriimayeer liigii Ityoophiyaa torbee 17ffaan har'a Istaadiyeemii Yuunivarsiitii…
Maanchiisteer Siitii 4 – 1 Liiver Puul
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Liiver Puul goolii 4 fi 1n injifachuun morkii gara Waancaatti taasiisu cimsateera.
Tapha kilaboota lamaanii akkaan eegamaa ture Siitiin garaagarummaa goolii hedduun…
Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har'a tapha Maanchiisteer Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamuun eegalama.
Piriimayeer liigichaan taphni har'a waaree booda sa'aatii 8:30…