Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa fi Feestivaalli aadaa naannoo Ummattoota Kibbaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 19ffaa fi Feestivaalli aadaa 15ffaa naannoo Ummattoota Kibbaa Magaalaa Aarbaa Mincitti eegalameera.
Sagantaa baniinsa shaampiyoonaa kanarratti hoggantoonni mootummaa naannichaa, keessummoonni waamichi taasiifamee fi hawaasni Ispoortii argamaniiru jedhame.…
Read More...
Taphoota Waancaa Afrikaa moo’anii darbuun har’a Iyvoorii Koost Gibtsi waliin ni falmatu
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa moo’anii darbuu har’a galgala sa’atii 1:00 irraa eegalee Iyvoorii Koostii Gibtsi waliin taasiiftu xiyyeeffannaa argateera.
Falmiin Nikoolaas Peeppee fi Mahaammad Saalaa…
Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun Seeneegaal marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'atanii darbuu galgala kana Seeneegaalii fi Keepvardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera.
Taphattoonni Keepvardee 2 daqiiqaa 21ffaa fi…
Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun Gaambiiyaan marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'atanii darbuu galgala kana Giinii fi Gaambiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Gaambiyaan xumurameera.
Goolii Barroow daqiiqaa 71ffaarratti galcheen Gaamiyaan…
Ityoophiyaa 0 – 1 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaan injifatame.
Tapha har'a Zaanzibaaritti gaggeeffameen Gareen kubbaa miilaa dubartootaa…
Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Qaamoleen Ityoophiyaan nagaa miti jechuun olola oofan odeeffannoo sobaa ta’uusaa mirkaaneessuurra darbee…
Shaapiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli Aadaa Oromiyaa guyyoota 10f turu Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee, Magaalaa Sandaafaatti eegalamuu Biiroon Dargaggootaa fi Ispoortii naannoo…