Ispoortii
Dorgommii Atileetiksii “Jibutii Intarnaashinaal Miit’ irratti Atileetonni Ityoophiyaa Injiftan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Dorgommii Atileetiksii “Jibutii Intarnaashinaal Miit’ yeroo 6ffaaf gaggeeffamerratti Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii dubrtootaa kiiloomeetira shaniin Allashinyi Baawwaqee daqiiqa 16, sekoondii 15 fi maayikiroo sekoondii 30’n 1ffaa baateetti.
Akkasumas Adaanee…
Read More...
Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Ramaddiin nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan Riyaal Maadriid – Cheelsii,
Beeniifikaa - Intar Miilaan
Maanchiisteer Siitiin - Baayer Muunik
AC Miilaan -…
Kiristaal Paalaas leenjisaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Kilabni kubbaa miilaa Ingiliz Kiristaal Paalaas leenjisaa isaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeessuu beeksise.
Kilabichi taphataa sarara gidduu duraanii Arsenaal Paatirik Viiyeeraa sababa qabxii galmeessisuu…
Piriimaayeer Liigiin Ityoophiyaa torbee 18ffaa eegalee magaalaa Adaamaatti taphatama
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigiin Ityoophiyaa torbee 18ffaa eegalee magaalaa Adaamaatti kan taphatamu ta’uu Dhaabbanni Liigichaa beeksiise.
Taphoonni Piriimaayeer liigichaa hanga torbee 17ffaatti magaalaa Dirree…
Fiigichi Maaraatoonii Walakkaa Dabira Birhaanitti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa 16ffaan Magaalaa Dabira Birhaanitti gaggeeffameera.
Dorgommichaan naannolee lama, kilabootaa fi dhaabbile 12 akkasumas atileetonni dhuunfaan dorgoman…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har’a waaree boodaa eegaluun ni…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har'a waaree boodaa sa'aatii 9:30 irraa jalqabee tapha Boornimaawuz Liivar Puul keessummeessuun eegalama.
Galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee…
Neeyimaar Juuniiyer hanga xumura bara taphichaatti gara taphaatti hin deebi’u jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa PSG Neeyimaar Juuniiyer sababa miidhamaan hanga xumura bara taphichaatti gara taphaatti hin deebi'u jedhameera.
Neeyimaar tapha PSGn Liil goolii 4 fi 3n injifaterratti…