Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kaameeruun 4 – 1 Ityoophiyaa

Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan Ityoophiyaa fi Kaameeruun gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera. Daawwaa Waxxeesan Ityoophiyaaf daqiiqaa 4ffaarratti goolii tokko galchuus taphattoonni Kaameeruun daqiiqaa 8ffaa, 53ffaa, 54ffaa fi 67ffaarratti waliitti aansuun galchii galchaniin taphichi…
Read More...

Tuuniziyaa 0 – 1 Maalii

Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan har’a Tuuniziyaa fi Maalii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Maaliin xumurameera. Ibraahiimaa Kooneen daqiiqaa 48ffaa irratti goolii tokko Peenaalitiin lakkoofsiseen…

Ityoophiyaa 0 – 1 Keeppi Vardee

Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa 33ffaa Ityoophiyaa fi Keeppi Vardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Keeppi Vardeen xumurameera. Taphni eegalamee daqiiqaa 9ffaa irratti Yaareed Baayyeen kaardii diimaa…