Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu milkaa’an

Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Xumura torbee darbee Dorgommii fiigichaa idil addunyaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu milkaa’aniiru. Dorgommii Fiigicha Maarootaanii Taaywaanitti atleetoota dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Dammaqaa Kaasaw sa’aatii 2:11:411 sadarkaa 1ffaa, Masarat…
Read More...