Ispoortii
Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti eegalameera.
Dorgommicharratti naannoo Amaaraan ala naannoleen hundii fi bulchiinsi magaalotaa hirmaachaa jiru jedhame.
Sirna baniinsaa Olompikichaarratti Af Yaa'ii Mana Maree Federreshinii Obbo Aganyahu Tashaagar,…
Read More...
Sosochiin qaamaa mallattoo tokkummaa dargaggoota Magaalaa Finfinneeti – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - 'Finfinnee nageenyaa fi tokkummaaf' mata duree jedhuun sosochiin qaama hunda hirmaachise gaggeeffameera.
Saganticharratti kan argaman Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach Abeebeen Sosochiin qaamaa kun…
Shaampiyoonaan Atleetiksii guddattoota Afrikaa olaantummaa Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii guddattoota biyyoota Afrikaa Bahaa gidduutti gaggeeffamaa ture olaantummaa Ityoophiyaan xumurameera.
Shaampiyoonaan Atleetiksii guddattoota Atleetoota umrii waggaa 20 fi 18…
Beellama Tapha Waancaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Liveerpuulii fi Riyaal Maadirid Si’oominaan…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Waancaan guddichi Ardii Awurooppaa galgala har’aa Laankishaayerootaafi Loozbilaankota haaloof miira waraana kubbaa miilaan walitti fida.
Wal-falmii jabaafi hamaaf kan eegaman kilaboonni gurguddoo…
Shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afrikaa Bahaatiin atleetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afrikaa Bahaa Taanzaaniyaa Daaresalaamitti gaggeeffamaa jiruun atleetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Yeroo 4ffaaf Taanzaaniyaa Daaresalaamitti kan…
Tapha gulaallii waancaa Afriikaa Chaaniif Ityoophiyaan Sudaan Kibbaa waliin taphatti
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Gulaallii Dorgommii waancaa biyyoota Afriikaa Chaan bara 2022 geeggeffamuuf ramaddiin har’a ifoomeera.
Dorgommii gulaallii kanarratti Afriikaa Bahaafii Giddu Galeessaa (CECAFA) biyyoonni sadii…
Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatar dursee Waancaan addunyaa biyyoota garaagaraatti argisiisaaf dhiyaatu har’a Finfinnee galeera.
Lammiin Biraaziil taphataan…