Ispoortii
Ityoophiyaa 7 – 0 Jiibuutii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii dorgommii seekaafaan gita isaa Jiibuutii goolii 7 fi 0n injifateera.
Dorgommii Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa gaggeeffamaa jiruun Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa…
Read More...
Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa uumeen dheerate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa Deeltaa jedhamu uumeen dheerachuu koreen qopheessaa dorgommichaa beeksise.
Dorgommiin maraatoonii kun eegaluuf guyyoonni 100 wayita…
Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatooniin riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatoonii Vaaleenshiyaatti fiiggameen riikkardii haaraa galmeessifte.
Atleet Latasanbat Gidey dorgomicha sa'aatii 1 fi daqiiqaa 2 fi sekondii 51 xumuruun…
Sagantaan dorgommii dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Seekaafaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Sagantaan dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Biyyoota Bahaa fi Giddugala Afrikaa qopheessummaa Ugaandaan gaggeeffamuu ifoomera.
Taphni Kubbaa Miilaa…
Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta’uun muudame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) –Taphataan kubbaa miilaa Cheelsii duraanii lammiin Kootidivaaher Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta'uun muudameera.
Diroogban filatamuun dargaggoonni…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon lakkoofsa haatrikii isaa 58 geessise
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Taphataan sarara Fuulduraa lammii Poorchugaalii fi Kilaba Maanchister Yuunaayiitid Kiristiyaanoo Roonaaldoon jaarraa kana keessa taphataa haatriikii olaanaa lakkoofsise adda duree ta’uun…
Afrikaa Kibbaa 1 -0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Gita isaa Afrikaa Kibbaan injifatameera.
Tapha gulaallii Waancaa addunyaa har'a Afrikaa Kibbaa Istaadiyeemii FNBtti gaggeeffameen gareen biyyaalessa…