Ispoortii
Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1’n xumurame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014(FBC)-Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1'n xumurameera.
Waaliyaawwan Baafana Baafanaarratti olaantummaa taphaa agarsiisanis kubbaa gara galchiitti jijjiiruuf hin carroomne.
Gareen kubbaa miilaa Afrikaa Kibbaa/Baafana Baafanaa/galchiiwwan Tobeehoo Mokoohinaa,…
Read More...
Gareen kubbaa miillaa Waaliyaa Gulaallii Waancaa addunyatif boruu ni taphatu
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen Biyyaalessa kubbaa miillaa Ityoophiyaa Waaliyaan gulaallii sadaffaa Waancaa addunyatiif guyyaa boruu Magaalaa Baahir Daaritti garee kubbaa miillaa Afrikaa Kibbaa waliin kan taphatu ta’uu…
Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa Baahir Daariin gale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Baahir Daariin galuu ibsameera.
Garichi tapha gulaallii waancaa addunyaaf garee biyyaalessaa Ityoophiyaa waliin guyyaa boruu taasisuuf Baahir Daariin galuu…
Atileet Sisaay Lammaa Maraatoonii Landaan injifate
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Atileet Sisaay Lammaa dorgommi Maraatoonii dhiiroota 2021 har’a Landaanitti gaggeeffamee injifateera.
Atileetichi saa’aatii 2 daqiiqaa 4 fi seekoondii 1 irratti seenuun injifateera.
Maddi:-WORLD…
Atileet Qaalkidaan Gazzaany rikkardii addunyaa meetira kuma 10 fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Dhalattuun Ityoophiyaa Atileet Qaalkidaan Gazzaany Jeeneevaatti figiicha meetira kuma 10 gaggeeffameen rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.
Atileettittin 29:38 seenuunii rikkardicha kan fooyyeesite.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar galeera.
Gareen kunis tapha Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Dubartoota Ityoophiyaa waliin Roobii…
Maaraatoonii Barliin dhiirootaan Guyyee Adoolaa injifate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa Jarmanitti Maaratoonii Barliin dhiirootaa gaggeeffameen Guyyee Adoolaa sa’aatii 2:05:35 irratti galuun injifateera.
Waldorgommiichaan Atileetiin Keeniyaa Beetiwel Yoogoon 2ffaa kan…