Ispoortii
Gareen kubbaa miila dubratoota Baankii Daldala Ityoophiyaa har’a taphaa xumuraa ni gaggeessa
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa taphaasa xumuraa har’a ni gaggeessaa.
Kilabichi Ugaandaa Leedii Deeviis waliigala qabxii 6 fi 4 injifachuun xumuraaf qaqqabeera.…
Read More...
Gulaallii Waancaa Addunyaatin Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatte
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffameen Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatteetti.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa bara…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita iaa Zimbaabuwee waliin har’a ni taphata
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffamuuf har’a gita isaa Zimbaabuwee waliin Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti ni…
Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Shaampiyoonsi Liigii Seekaafaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaaxumuraaf darbeera.…
Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan kabajame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan iddoolee garaagaraatti sirnoota adda addaan kabajameera.
Sagantichi bara 2013 mata duree 'Qaammee hanga Qaammee ni geenya' jedhuun baatii tokko…
Gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan simannaan taasifameef
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Taphaa Paaraa Olompikii Tookiyoo 2020 irratti hirmaataa kan turaan gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon simannaan taasifameera.…
Gaanaa 1 -0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Gulaallii Waancaa Addunyaa 2022 Kuwaatar qopheessituuf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa ramaddii jalqabaa gita isaa Gaanaa waliin taphate olaantummaa Gaanaan xumurame.
Gareen Kubbaa Miilaa…