Ispoortii
Arsenaal 0 – 2 Cheelsii
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsii fi Tootanahaam morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiisteer qixa ba'e.
Taphni guddaan torbee kanaa Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Cheelsiin xumurameera.
Arsenaal 0-2 Cheelsii
Woolver Haampitoon 0- 1…
Read More...
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurte
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa tureen Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurteerti.
Ityoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 3, Meetii 7 fi…
Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifteerti.
Dorgommii fageenya kiiloo…
Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa meedaaliyaa meetii dabalataa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa meedaaliyaa Meetii dabalataa Ityoophiyaaf…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Liivar Puul,Astoon Villaa fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a waaree booda gaggeeffameen Liivar Puul, Astoon Villaa fi Maanchiisteer Siitiin morkattoota isaaniin injifataniiru.
Liivar Puul goolii 2 fi 0n…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa argatteerti.
Atleet Ayyaal Daanyaachow meetira 800…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa addunyaa marsaa jalqabaa Hagayya 28, 2013 ni…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC)- Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa addunyaa marsaa jalqabaa bara 2022 Kuwaataritti gaggeeffamuuf Hagayya 28, 2013 ni taphata.
Waaliyaanoonni ramaddii 7 jalatti Gaanaa, Ziimbaabuwee…