Ispoortii
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni 1ffaa hanga 3ffaa ba’an
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba'uun meedaaliyaa Warqee hanga Naasaa goonfataniiru.
Dorgommii xumuraa dubartoota gidduutti meetira kuma 1 fi 500 gaggeeffameen Atleet Gudaaf Tsaggaayee,Aksumaawiit Ambaayee fi…
Read More...
Laaligaa Ispeeniin taphni boru Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin taasiisu haalaan eegama
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Laaligaa Ispeeniin taphni 'El-Classico''boru Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin taasiisu haalaan eegamaa jira.
Boru halkan sa'aatii 5:00 irraa eegalee Riyaal Maadrid taphataa isaa baay'ee…
Dorgommii Shaampiyoonaa Alteetiksii addunyaa mana keessaa Beel Gireed 2022n Ityoophiyaan Warqee…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) - Dorgommii Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti gaggeeffamaa jiruun Atleet Lamlam Hayiluu meetira kuma 3 Ityoophiyaaf warqee jalqabaa argamsiifteerti.
Alteet…
Gulaallii Shaampiyoonaa Alteetiksii addunyaa mana keessaa Beel Gireed 2022n Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Dorgommii gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti har’a meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa xumuraaf darbaniiru.…
Ramaddiin nuusa xumuraa shaampiyoonsi liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) – Ramaddiin nuusa xumuraa shaampiyoonsi liigii Awurooppaa guyyaa har’aa ifoomeera.
Haaluma kanaan:-
Cheelsii Vs Riiyaal Maadriid
Viyaariyaal Vs Baayarn Muuniik
Maanchistar Siitii Vs…
Shaampiyoonaan Alteetiksii addunyaa Beel Gereed 2022 har’a ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Alteetiksii addunyaa Beel Gereed 2022 har’a kan eegalu yoo ta’u, Atleetoonni Ityoophiyaa fageenya garaagaraan gulaallii fi xumuraaf kan dorgoman ta’uu Federeeshiniin Alteetiksii…
Ityoophiyaa 0 -3 Gaanaa
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin taphateen goolii 3 fi 0n injifatameera.
Walmorkiin garee…