Ispoortii
Siwiizarlaandi 1 -0 Kaameeruun
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Kubbaa Miilaa waancaa Addunyaa 22ffaan Siwiizarlaandii fi Kaameeruun gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurame .
Siwiizarlaandii goolii Embooloon daqiiqaa 48ffaarratti galcheen goolii 1 fi 0n Kaameeruun injifateerti.
Dhalataan Kaameeruun taphataan sarara…
Read More...
Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaa har'aan,taphni Siwiizarlaand Kaameeruun, Poorchugaal Gaanaa waliin taphatan xiyyeeffannoo argateera.
Har’a waaree booda sa’aatii 7:00 irraa eegalee…
speen 7-0 Kostaarikaa Xumurame
IFinfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Tapahaa Waancaa Addunyaa 22ffaa galgalaa kanaan taphatameen Ispeenii galchii 7 Kostaarikaarratti lakkoofsisuun taphichi xumurameera.
Morkiin taphaa gareewwan kubbaa miilaa biyyoota lameenii gidduutti…
Moorokoo 0 – 0 Kirooshiyaa
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Moorokoo fi Kirooshiyaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame.
Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa hanga ammaatti taphameen biyyoonni Afrikaa bakka bu’an 3 kan…
Tapha Waancaa Addunyaa guyyaa 4ffaan taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa sagantaa taphaa Waancaa Addunyaan taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii 3ffaa jalaatti kan argaman Beeljeyemii fi Kanaadaan sa’aatii 4:00 irratti, Morookoo fi Kirooshiyaan…
Meeksiikoo 0- Poolaand 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Taphni Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Meeksiikoo fi Poolaand gidduutti gaggeeffame goolii malee goolabame.
Taphni garee biyyoota lameen gidduutti Istaadiyeemii “974”tti taphatame goolii malee…
Kiristaanoo Roonaaldoon Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Kiristaanoo Roonaaldoon Waliigalteen kilabii Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuuf ta’uu kilabichi ibse.
Kiristaanoo Roonaaldoon Kilaba Maanchistar Yuunaayitid irraa waliigalteen adda bahuuf ta'uu…