Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ityoophiyaa 3-3 Eertiriyaa

Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha Kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Ityoophiyaa Eertiriyaa gedduutti gaggeeffame 3 qixa xumurame. Taphni baniinsaa garee biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii fi Gita isaa Eeritiriyaa waliin gaggeeffame 3 qixaan xumurameera.…
Read More...