Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gaanaa 1 -0 Ityoophiyaa

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Gulaallii Waancaa Addunyaa 2022 Kuwaatar qopheessituuf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa ramaddii jalqabaa gita isaa Gaanaa waliin taphate olaantummaa Gaanaan xumurame. Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Istaadiyeemii Kiippi Koostiitti falmii cimaa taasiisus dogongora goolii eegaa…
Read More...