Ispoortii
Oolompikii Tookiyoo 2020n Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf Teekuwaandoon Dippiloomaa argatte
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Hirmaannaa Oolompikii Tookiyoo 2020n Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf Worlidi Teekuwaandoon Dippiloomaa argatte.
Ityoophiyaa Baka bu’uun Kiiloo Giraama 58 kan hirmaate Atleet Salamoon Tufaa sadarkaa 7ffaa qabachuun Dippiloomaa argachuu ragaan Komishinii Ispoortii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.…
Read More...
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii gita isaa Eertiriyaan injifatame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Taphni Biyyoota Giddugaleessaa fi Baha Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a sadarkaaf Ityoophiyaa fi Eertiriyaa gidduutti taphatame olaantummaa Eertiriyaan xumurameera.
Sa’aatii idileen 1 qixaan…
Lammiileen Tuuniziyaa Oolompikii Tookiyoo bara 2020 irratti Afriikaaf meedaaliyaa jalqabaa…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Lammiileen Tuuniiziyaa dorgommii teekwandoo fi Bishaan daagaa dhiirotaan Oolompikii Tookiyoo bara 2020 irratti Afriikaaf meedaaliyaa jalqabaa argamsiisaniiru.
Dorgommii bishaan daakuu dhiirotaa…
Tapha seekaafaan Sudaan Kibbaa Jiibuutii injifattu,Ugaandaan Taanzaaniyaan qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Taphaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Bahaa fi Gidduugaleessa Afrikaan umrii waggaa 23 gadii Sudaan Kibbaa Jiibuutii goolii 2 fi 0n yoo injifattu, Ugaandaa fi Taanzaaniyaan goolii 1 qixa ba'aniiru.…
Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo ifatti gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo 2020 ifatti gaggeeffameera.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu…
Ityoophiyaa 1-1 Burrundii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurameera.…
Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu jedhame.
Gosoota Ispoortii…