Ispoortii
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har’a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala Paalaas garaagarummaa goolii hedduun injifate
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala Paalaas garaagarummaa goolii hedduun injifate
Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a waaree booda gaggeeffameen Kiristaal Paalaas dirree isaarratti Liivaar Pooliin goolii 7 fi o injifatameera.
liivar…
Read More...
Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa Finfinnee deeggarsa akka taasisuu itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanaach Abeebee ibsan.…
Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatame
Finfinneen, Muddee 9, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Bahaa fi giddugaleessaa Afrikaan Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatameera.
Gareen biyyaalessa Ugaandaa tapha boqonnaa duraan…
Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaan Sabbataan Hawaasaa injifate
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Sabbataan 3 fi 1n Hawaasaa injifateera.
Tapha boqonnaa duraan Alamaayyoo Muullataa…
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaan boruu eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaan boruu tapha Kiristaal Paalaas dirree isaarratti Liivaar Pool keessummeessun ni eegamalame.
Taphoota liigichaa hanga ammaatiin sadrkaa…
Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa har’a waaree booda ifoome.
Haaluma kaanaa:-
Dynamo Kyiv - Club Brugge
Wolfsberger - Tottenham
Real Sociedad - Manchester United…
Tapha Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate.
Hadiyyaa Hoosa’iinaan 2 fi 1 Walaayittaa…