Ispoortii
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Priimayeer Liigii Ityoophiyaatti makamuu mirkaneeffate.
Tapha xumuraa liigii olaanaatiin Laga Xaafoo Laga Daadhiin, goolii 4fi 0n Sandaafaa Bakkee injifachuun Priimayer Liigii Ityoophiyaatti makamuu mirkaneeffateera.
Bara 2009 irraa eegalee Liigii…
Read More...
Kilaarans Seedoorif Waancaa Liigii Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin Finfinnee ni seenu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Taphataan sarara gidduu garee kubbaa miilaa biyyoolessaa Neezarlaand duraanii Kilaarans Seedoorif waancaa Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin boruu Finfinnee ni seenuu jedhameera.
Waancaan Liigii…
Sadarkaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Sadarkaa garee Biyyaalessaa biyyoota addunyaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’eera.
Baatiwwan hedduuf addunyaarraa sadarkaa 1ffaarra…
Shaampiyoonaan Kubbaa Miilaa Afrikaa Seeneegaal waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Seeneegaal, Moorokoo, Gaanaa, Kaameeruunii fi Tuuniziyaaan Afrikaarraa Waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffataniiru.
Shaampiyoonaan Afrikaa Seeneegaal rukkuttaa adda bahiinsaan Ijibti…
Atleet Yaalemzarf Yewahaalan fiigicha daandirraa kiiloo meetira 10 riikkardii addunyaa haaraa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yaalemzarf Yewahaalan riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifatte.
Atleet Yaalemzarf Yewahaalan fageenyicha…
Gaanaa 2 -1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gita isaa Gaanaan goolii 2 fi 1 injifatame.
Garichi tapha Magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasiiseen…
Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun injifateera.
Atileet Muktaar Idiris fiigicha fageenya 10 km Ispeenitti gaggeeffame rikoordii bakkichaa…