Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Gaanaa waliin ni taphata

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har'a tapha deebii gita isaa Gaanaa waliin ni taphata. Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har'a galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee Gaanaa Akiraatti taphni gita isaa Gaanaa waliin…
Read More...