Ispoortii
Shaampiyoonaan Alteetiksii addunyaa Beel Gereed 2022 har’a ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Alteetiksii addunyaa Beel Gereed 2022 har’a kan eegalu yoo ta’u, Atleetoonni Ityoophiyaa fageenya garaagaraan gulaallii fi xumuraaf kan dorgoman ta’uu Federeeshiniin Alteetiksii Ityoophiyaa beeksiise.
Gulaalliin Fageenya meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti har’a sa’aatii 8:20…
Read More...
Ityoophiyaa 0 -3 Gaanaa
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin taphateen goolii 3 fi 0n injifatameera.
Walmorkiin garee…
Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabe
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabeera.
Waldorgommii Atileetiksii guddatootaa Umurii 20 gadii 10ffaa fi umurii 18 gadii 3ffaa biyyolessaa…
Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiya har’a gita isaa Gaanaa waliin ni…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartoota biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf har'a gita isaa Gaanaa waliin morkata jedhame.
Walmorkiin garee lamaan gidduutti har'a…
Gabaaf Dhiyaachuu Kilaba Kubbaa Miilaa Cheelsii
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) –Abbaan qabeenyaa kilaba Cheelsii Roomaan Abraamoovich kilabicha gurguruuf mootummaa Ingiliz waliin waliigaleera.
Biliyeenerri lammii Raashiyaa abbaan qabeenyaa Cheelsii marii mootummaa Ingiliz waliin…
Taphoonni Priimayeer Liigii Ityoophiyaa sababa tapha garee biyyaaleessan yeroo 3ffaaf adda cite
\Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Taphoonni Priimayeer Liigii Ityoophiyaa sababa tapha gareen biyyaaleessaa gita isaa Koomooroos waliin qabuun yeroo 3ffaaf adda citeera.
Taphoonni marsaa jalqabaa xumuramuu hordofee sagantichi…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ‘JIZ’ waliin waliigaltee mallateessa
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaan dhaabbata Misoomaa Jarman ‘JIZ’ waliin waliigaltee Birrii miiliyoona 10 mallateesseera.
Waliigaltichi Giddugala Leenjii Taphaa fi sadarkaa…