Ispoortii
Taphni xumuraa waancaa Afrikaa har’a galgala ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Taphni xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har'a galgala sa'aatii 4:00 irraa eegalee Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti ni gaggeeffama.
Ijipti yeroo torba shaampiyoonaa waancaa Afrikaa yoo taatu, yeroo 8ffaaf har'a falmiin taasiiftu ni eeggama.
Seeneegaal Waancaa Afrikaarratti yeroo 16 kan hirmaatte yoo ta’uu, kan…
Read More...
Ityoophiyaa 2- 0 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har'a waaree booda Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ityoophiyaan xumurame.
Gareen dubartootaa…
Seeneegaal tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal goolii 3 fi 1n injifachuun tapha Waancaaf darbuu mirkaneeffatte.
Deeyiloon daqiiqaa…
Taphni walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Taphni moo'anii darbuu walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeefffannoo argateera.
Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa qopheessummaa…
Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Dorgommii fiigichaa Xumura torban darbee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii fiigicha mana keessaa meetira kuma 3 Jarman magaalaa Kaarlisiruuhiitti…
Gibtsi 2 – 1 Moorookoo
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa nuusa xumuraa har'a gaggeeffameen Gibtsi Moorookoo injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Gibtsi goolii 2 fi 1n Moorookoo injifatteerti.
Sa'aatiin idilee 1 qixa…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa27ffaafi agarsiisni feestivaalaa aadaa 12ffaan magaalaa Sandaafatti…