Ispoortii
Ityoophiyaan Shaampiyoonaa atleetiksii mana keessaa Beelgireed sadarkaa 1ffaan xumurte
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Shaampiyoonaa atleetiksii mana keessaa 18ffaa Beelgireed 2022n sadarkaa 1ffaan t xumurte.
Ityoophiyaan dorgommichaan meedaaliyaa 9 argachuun addunyaarraa 1ffaa ta’uun xumurteetti.
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii fiigichaa garaagaraan koorniyaa lamaaniin Warqee 4, Meetii 3 fi Nahaasa 2…
Read More...
Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii waancaa addunyaa…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa umrii 17 gadii gulaallii Waancaa Addunyaaf tapha deebii gaggeesseen gita isaa Ugaandaa waliin goolii 1 qixa xumurus marsaa itti aanuuf…
Atleet Sanbaree Tafariin fiigicha daandirraa walakkaa Maaraatoonii Niwuu York injifatte
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Atleet Sanbaree Tafariin fiigicha daandirraa walakkaa Maaraatoonii magaalaa Niwuu Yorkitti gaggeeffame injifatteerti.
Atleet Sanbareen fageenyicha sa'aatii 1:7:35 xumuruun 1ffaa yoo baatu, Atleetiin…
Fiigicha xumuraa fageenya meetira kuma 3 Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa 18ffaa Sarbiyaan…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa fageenya meetira kuma 3 Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa mana keessaa 18ffaa Sarbiyaatti daqiiqaa muraasa booda gaggeeffamuun Atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Atleetoonni…
Fiigichi Daandirraa Magaala Baatutti gaggeefame nagaan xumurame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Fiigichi Daandirraa "Haa fiignu Qarqara Haroo Dambal haa qulqulleessinu" mata duree jedhuun Magaalaa Baatuutti gaggeefame hirmaatotaaf beekamtii kennuu fi warra injifatan badhaasuun xumurameera.…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni 1ffaa hanga…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa mana keessaa Sarbiyaatti halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba'uun meedaaliyaa Warqee hanga Naasaa goonfataniiru.
Dorgommii xumuraa…
Laaligaa Ispeeniin taphni boru Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin taasiisu haalaan eegama
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Laaligaa Ispeeniin taphni 'El-Classico''boru Riyaal Maadriid Baarseloonaa waliin taasiisu haalaan eegamaa jira.
Boru halkan sa'aatii 5:00 irraa eegalee Riyaal Maadrid taphataa isaa baay'ee…