Ispoortii
Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate.
Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan gaggeeffamaniiru.
Haaluma kanaan taphni:
Adaamaan 3-0 Buna Ityoophiyaa
Sisuul Shiree 3-0 Hawaasaa
Jimmaa Abbaa Jifaar 1-0 Maqalee 70 Indartaa
Qiddus…
Read More...
Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan guyyaa booru Bishooftuutti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan Ityoophiyaa guyyaa booru magaalaa Bishooftuutti ni gaggeeffama.
Fiigicha Walakkaa Maaraatoonii kana irratti naannoole fi bulchiinsa magaalootaa irraa…
Dorgommii olompiikii addaa Afrikaa kaleessa xumurameen Ityoophiyaan meedaaliyaa 7 argatte
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) –Dorgommii olompiikii addaa Afrikaa kaleessa xumurameen Ityoophiyaan meedaaliyaa 7 argatte.
Dorgommiin olompiikii addaa gosa ispoortii ispoorteessitoonni hanqina guddina sammuu qaban irratti…
Waldorgommiin Shaampiyoonaa Naangiingitti adeemsifamuuf ture sababa vaayrasii koroonaan dheereffame
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Atleetiksii Idil Addunyaa waldorgommii shaampiyoonaa mana keessaa Chaayinaa Naangiingitti adeemsifamuuf ture sababa weerara vaayirasii koronaan dheeresse.
Tumsa atleetiksii idil addunyaan magaalaa…
Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan kilaboonni Oromiyaa hin milkoofne
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 11ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Adaamaa fi Sabbataan yoo injifataman, Abbaan Jifaara qixa bahe.
Taphoonni Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan…
Olompiika addaa Gibtsitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan meedaaliyaa 3 argatte
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Dargommii olompiika addaa Gibtsitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan meedaaliyaa 3 argatte.
Dorgommii Amajjii 15 amma 21,2012tti gaggeeffamu kanarratti atleetonni rakkoo guddina sammuu qaban hirmaachaa…
Qophii fi hirmaannaa Olompiikii Tookyoof Birrii biiliyoona 1 walitti qabuuf karoorfame
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Qophii fi hirmaannaa Olompiikii Tookyoof Birrii biiliyoona 1 walitti qabuuf karoorfamuu Koreen Olompiikii Ityoophiyaa beeksiseera.
Koreen Olompiikii Tookyoo Ityoophiyaa haala qophii Olompikii bara…