Ispoortii
Bulchiinsa magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa ijaarsa istaadiyoomiif kan oolu kaarta abbaa qabeenyumma kilaboota Buna Ityophiyaa fi Qiddus Goorgisiif kenneera
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa ijaarsa istaadiyoomiif kan oolu kaarta abbaa qabeenyumma kilaboota Buna Ityophiyaa fi Qiddus Goorgisiif kenneera.
Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Injiinar Takkalaa Uumaa ijaarsa istaadiyoomii fi wiirtuu leenjiif kan oolu kaarta abbaa qabeenyumma…
Read More...
Taphataan kubbaa kaachoo beekamaan Ameerikaa Koobii Biraayaant balaa helikooktaraan boqote
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Taphataan kubbaa kaachoo beekamaan Ameerikaa Koobii Biraayaant balaa helikooptaraan addunyaa kanarraa boqoteera.
Namoota balaa helikooptaraan du’aan sagal keessaa tokkoo Intala taphataa beekamaa…
Gareen dubartoota waggaa 17 gadii biyyaaleessa Ityoophiya waancaa addunyaa bara Faranjootaa 2020 ala…
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Gareen dubartoota waggaa 17 gadii biyyaaleessa Ityoophiya waancaa addunyaa bara Faranjootaa 2020 Hind qopheessituu ala ta’e.
Tapha calallii guyyaa har’aa garee biyyaaleessa Ugaandaa waliin…
Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’iinaa 2-0n injifate
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 10ffaan guyyaa har’aa taphoonni 5 gaggeeffamaniiru.
Tapha Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaa Adaamaatti garee kubbaa miilaa bulchiinsa magaalaa Adaamaa fi…
Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii ( Jaan-Meedaa)37ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii idila addunyaa 37ffaan guyyaa har’aa gosoota Ispoortii 6 gaggeeffameera.
Fiigicha kiloo meetira 6 dargaggoota dubartootaa gidduutti gaggeeffameen, Atleet…
Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa.
Taphoota har'aatin;
Sabbataa 2 - 1 Hawaasaa
Sihuul Shiree 1 – 1 Jimmaa Abbaa Jifaar
Walaayittaa 1 – 0 Maqalee 70 Indartaa
Taphoota…
MM Dooktar Abiy koree Olompikii Tookyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad koree biyyooleessaa qophii Olompikii Tookyoo qindeessuuf hundaa’e waliin mari’atan.
Koreen kun qophii Olompikii Jaappaan Tookyoo bara Faranjootaa 2020…