Ispoortii
Tootanahaam 1- 1 Maanchiisteer
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) –Taphni Priimiyar Liigii Ingilaandiin tarbee 30ffaa Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatame qixaan golobame.
Taphni Istaadiyeemii guddicha Ingilaand Weembileeyitti taphatame tokko qixaan xumurameera.
Tootanahaamiif daqiiqaa 27 irratti S.Bergwij taphaan,…
Read More...
Taphni galgala kana Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ingilaandiin taphni galgala kana Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Taphoonni Priimiyar Liigii Ingilaand…
Priimiyar Liigiin Ingilaand guyyoota 100 bood har’a ni eegala
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Taphoonni Priimiyar Liigii Ingilaand guyyoota 100n booda galgala har’aa ni eegalamu.
Priimiyar liigichi galgala har’aa sa’atti 2:00 irraa eegaluun Tapha Astoon Viillaa fi Sheelfiid…
Laaliigichaan Riyaal Maadriid injifateera
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Laaliigaa Speenin kaleessa taphoonni 3 gaggeeffamaniiru.
Riyaal Maadriid, Eebaar keessummeessuun mirgaan galeera.
Maadriid galchiiwwan Toonii Kiruus, Sarjiyoo Raamoosii fi…
Laaligaa Ispeeniin edana taphoonni lama gaggeeffameera
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Laaligaa Ispeeniin Giraanaadaan yoo moo’atu, Kooppaa Itaaliin Juuveentus xumuraaf ga’e.
Dirree isaarratti Geetaafee kan keessummeesse Giraanaadaan goolii Daakoonaamii fi Fernaandeez…
Baatii sadiin booda laaligaan Ispeen eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture taphoonni kubbaa miilaa laaligaa Ispeen Baatii sadiin booda eegalame.
Laaligaan Ispeen eda galgala tapha Siiviyaa fi Riyaal Beetis…
Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse.
Kilabichi koontiraata jifataa lammii Naayjeeriyaa Oodiyoon Iigaaloon baatiiwwan dabalataatif dheeressuu beeksiseera.…