Ispoortii
Olompiikni Tookiyoo akka dabarfamu dhiibbaan taasifamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Olompiikni Tookiyoo akka dabarfamu dhiibbaan taasifamaa jira.
Sodaa weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbichi Jaappaanii fi Koree Olompiika Addunyaarratti hammaachaa jira.
Sababii vaayrasichaatin Kaanaadaan kan hin hirmaanne ta'uu beeksisuun ishee hin dagatamu.
Biyyoonni kaanis dorgommichi yeroo…
Read More...
Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame
Atleetichi si'eessituu fayyadamee argamuu isaatini adabbichi kan itti murtaa'e.
Adabbichaan dorgommiiwwan gosa kamiitirraayyuu…
Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan waggaa tokkoof…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan waggaa tokkoof dheerachuu ibsame.
Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan…
Dorgommiiwwan ispoortii guyyootii 15f kan adda citan ta’uu Koomiishiniin Ispoortii FDRI…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Dorgommiiwwan ispoortii guyyootii 15f kan adda citan ta'uu Koomiishiniin Ispoortii FDRI beeksise.
Koomiishinichi ibsa baasen akka beeksisetti akkaataa manneen barnootaa guyyootii 15f akka…
Fiigichi dubartoota qofa hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) - Fiigichi dubartoota qofa hirmaachise mata duree ‘dursa dubartootaf’ jedhuun Finfinneetti gaggeeffame.
Fiigichi fageenya meetira kuma 5 uwwise kun yeroo 17ffaaf gaggeeffame.
Sagantaa kanarratti…
Qidduus Giyoorgiis leenjisaa olaanaa fi gargaaraa hojiirraa dhoorke
Finfinnee, Bitootessa 2,2012 (FBC) – Boordiin Waldaa Ispoortii Qidduus Giyoorgiis leenjisaa olaanaa, gargaaraa fi leenjisaa karra(goolii) eegaa yeroof hojiirraa dhoorkuu beeksise.
Hoggantoonni boordii waldaa ispoortichaa walga’ii…
Federeeshinichi atleetota shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa Afrikaaf qophiirra turan gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 4,2012 (FBC)- Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa atleetota shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa Afrikaaf qophii taasisaa turan gaggeessuu beeksise.
Koonfedereeshiniin Atleetiksii Afrikaa (CAA) eda galgala ibsa…