Ispoortii
Tapha seekaafaan Sudaan Kibbaa Jiibuutii injifattu,Ugaandaan Taanzaaniyaan qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Taphaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Bahaa fi Gidduugaleessa Afrikaan umrii waggaa 23 gadii Sudaan Kibbaa Jiibuutii goolii 2 fi 0n yoo injifattu, Ugaandaa fi Taanzaaniyaan goolii 1 qixa ba'aniiru.
Taanzaaniyaan qabxii 4 ramaddii 'A' dursaa jirti.
Keeniyaan ammoo qabxii 6n ramaddii 'C' irraa marsaa itti aanuutti…
Read More...
Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo ifatti gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo 2020 ifatti gaggeeffameera.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu…
Ityoophiyaa 1-1 Burrundii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurameera.…
Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu jedhame.
Gosoota Ispoortii…
Taanzaaniyaa 1 – 0 Koongoo
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo 1 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23…
Sudaan Kibbaa 0 – 2 Keeniyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Sudaan Kibbaa 2 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa…
Burrundii 3 – 0 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Burrundiin Eertiriyaa 3 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan…