Ispoortii
Fiigicha mana keessaa Poolaanditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Fiigicha mana keessaa Poolaanditti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru.
Fageenya meetira kuma 3 Lamlam Hayiluu sa'aatii fooyya'aa bara kanaa galmeessuun moo'atteerti.
Faantuu Warquu ammoo sadarkaa 3ffaan xumurteerti.
Meetira kuma 1 fi 500 dhiiroota gidduuttu fiiggameen…
Read More...
Dorgommii figiichaa mana keessaa Faransaay Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Dorgommii figiichaa mana keessaan Faransaayitti gaggeeffame Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte.
Waldorgommii fiigichaa mana keessaa meetra 800 Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommicha fageenya…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan olaantummaa godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan torban tokkoof godinaalee Oromiyaa 16 fi…
Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Olaantummaan Xummure.
Shaampiyoonaan Atileetiksii 2ffaa guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadi…
Komishiniin Ispoortii FDRI Geezeexeessitoota Ispoortiif leenjii hubannoo cimsuu laataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii FDRI Waajjira Farra Si’eessituu Biyyaaleessaa fi Waldaa Geezeexeessitoota Ispoortii waliin ta’uun Geezeexeessitoota Ispoortiif leenjii hubannoo cimsuu Adaamaatti laataa jira.…
Atileet Gudaaf Tsaggaay riikaardii addunyaa meetira 1500 qabamee ture cabsite
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) –Atileet Gudaaf Tsaggaay Faransaay Leeviinitti kan gaggeeffame, waldorgoommi fiigichaa mana keessaa meetira 1500 riikaardii addunyaa qabamee ture cabsite.
Atileet Gudaaf bara Faranjootaa…
Shaampiyoonaan Atileetiksii guddaattoota Oromiyaa 2ffaan guyyaa Asallaatti eegale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii guddaattoota Oromiyaa 2ffaan guyyaa har'a magaalaa Asallaatti eegalameera.
Dorgommiin Atleetiksii guddattoota Oromiyaa 2ffaan kun hanga Gurraandhala 7ttii fufee…