Ispoortii
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaandiin Atleet Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa 3ffaan xumure
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand Giidiiniyaatti gaggeeffameen Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa 3ffaan xumure.
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoo addunyaa 24ffaan har’a Poolaand Giidiiniiyaatti Atleetoota dhiirootaa gidduutti sa’aa muraasa dura gaggeeffameen…
Read More...
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaandiin Atleet Yaalemzarf sadarkaa 3ffaan xumurte
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand Giidiiniyaatti gaggeeffameen Atleet Yaalemzarf sadarkaa 3ffaan xumurte.
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoo addunyaa 24ffaan…
Shaampiyoonaan walakkaa maaraatoo addunyaa har’a Poolaand Giidiiniiyaatti gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan walakkaa maaraatoo addunyaa 24ffaan har’a Poolaand Giidiiniiyaatti ni gaggeeffama.
Atleetoonni Ityoophiyaa shaampiyoonaa walakkaa maaraatoo addunyaa 24ffaa har’a Poolaand…
Seenaaf Waaqumaa kilaba Raayyaa Ittisaatti makamte
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Taphattuun Sarara fuulduraa duraanii Kilaba magaalaa Adaamaa Seenaaf Waaqumaa gatii rikoordii haaraan Raayyaa Ittisaaf mallatteesite.
Ga’umsa garee biyyaalessaa fi kilaba magaalaa…
Gulaallii waancaa liigii biyyoota Awurooppaa bara 2020 eda galgala taphoonni 20 gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Taphootaa gulaallii waancaa neeshinsi liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingilaand Beeljiiyeem yoo injifattu Xaaliyaanii fi Poolaand qixa ba’an.
Gulaallii waancaa liigii biyyoota…
Atileet Siifan Hasan fiigicha fageenya meetra 10,000n rikkardii Awurooppaa harka galfatte
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Atileet Siifan Hasan fiigicha fageenya meetra 10,000n rikkardii Awurooppaa harka galfatte.
Atileet Siifan Hasan dorgommii fiigicha fageenya meetra 10,000 Hengiloo, Nezarlaanditti dorgomteen…