Ispoortii
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 17ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2017 dhiyaachuun irratti mari’atamaa kan jiru yoo ta’u, bara baajatichaan galiin Birriin miiliyoonni 300 fi miiliyoona 57 ol argamuu ka’eera.
Federeeshinichi bara 2017 Birrii…
Read More...
Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti eegalameera.
Yeroo ammaa dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 3 dubartootaa, utaalchii fi…
Waancaa Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Waancaa Liigii Ingiliz tapha moo’anii darbuun taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas keessummeessan ni eegama.
Taphni nuusa xumuraaf darbuuf taasifamu kun har’a…
Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an.
Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf carraa argatanitti osoo hin…
Falmii Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf falmiin har'a taasisan ni eegama.
Luusiwwan morkiin har'a gita isaanii Taanzaaniyaa…
Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo waggaa ta’uuf kaadhimaman
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo daandiirraa waggaa ta’uuf kaadhimaman.
Atileetoonni kunneen dorgommiiwwan daandirraa bara kana irratti…
Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate.
Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har'a galchii 2 fi 1n Baarseloonaa injifate.
Kana hordofee…