Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ugaandaa 2 – 0 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa 2026 Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi kan Ugaandaa gidduutti taphatame olaantummaa Ugaandaan xumurameera. Tapha Gulaallii marsaa jalqabaa har’a Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaa Istaadiyeemii Hamzitti taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa…
Read More...