Ispoortii
Tootenhaam 3 – 6 Liiverpuul
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Tootenhaam injifate.
Liiverpuul galchii 6 fi 3n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Liwuus Diyaas daqiiqaa 23ffaa fi 85ffarraatti galchii 2,Alexis Mac Allister daqiiqaa 36ffaa, Dominik Szoboszlai daqiiqaa 45+1…
Read More...
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qixa bahe
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qabxii qoodateera.
Boornimaawuuz galchii 3 fi 0n Maanchiisteer…
Itiyoophiyaa 0 – 2 Sudaan
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Sudaaniin injifatame
Tapha Waancaa Biyyoota Afrikaan (Chaan) har'a Liibiyaa Istaadiyeemii Beengaazitti taphatameen Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Atileet Masarat Daffaar Miseensa Koree Hojii Raawwachiistuu ta’uun filatamte
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 28ffaa gaggeessaa jiruun Miseensota Koree Hojii Raawwachistuu Federeshinichaa filateera.
Haaluma kanaan Dhiiraa 14 fi dubartoota 12 kaadhimaman…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa goolabame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeffamaa ture goolabameera.
Dorgommiin Shaampiyoona Atleetiksii Fiigicha gabaabaa, giddu galleessa, gufachiisaa fi gochoota dirree Oromiyaa…
Silashii Sihiin Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa ta’uun filatame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Atileet Silashii Sihiin Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa ta’uun filatameera.
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa yaa’ii idilee 28ffaarratti Atileet Silashii Sihiiniin waggoottan…
Kiristaal Paalaas 1 – 5 Arsenaal
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifate.
Arsenaal galchii 5 fi 1n Kiristaal Paalaas injifachuun morkii isaa caalmaatti cimsateera.…