Ispoortii
Fiigicha xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3 har’a dhiirotaa gidduutti ni gaggeeffama.
Atileet Lammeechaa Girmaa, Geetinneet Waalee fi Saamu’eel Fireew Itiyoophiyaa bakka bu’uun ni morkatu.
Figichi kun waaree booda sa’aatii 9:55…
Read More...
Dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa guyyaa har’aa ni gaggeeffama.
Dorgommichi sa’aatii 9:30’tti kan eegalu yoo ta’u Atileetonni…
Arsenaal 3 – 0 Nootingaham Forest
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan Arsenaal galchii 3 fi 0n Nootingahaam Foresti injifateera.
Zuubimeendiin galchii lamaa fi Yookeereesh galchii tokko Arsenaaliif lakkoofsisaniiru.…
Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan 20ffaa dorgommii meetira kuma 10'n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte.
Atileetiin…
Fiigicha gulaallii gufachiisa meetira kuma 3 Atileetoonni Itiyoophiyaa xumuraaf darban
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa jiruun fiigicha gulaallii gufachiisa meetira kuma 3 dhiirootaan Atileetoonni Itiyoophiyaa xumuraaf darban.
Atileet…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan tapha har’a Arsenaal Nootingahaam Foresti keessummeessuun eegalama.
Har’a taphoonni 8 kan taphataman yoo ta’u, Waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee…
Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama.
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan har'a Jaappaan…