Ispoortii
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 4ffaan tapha har’a Arsenaal Nootingahaam Foresti keessummeessuun eegalama.
Har’a taphoonni 8 kan taphataman yoo ta’u, Waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphni Arsenaal Notiingahaam Foresti waliin taphatu ni eegama.
Kilaboonni lamaan taphoota hanga ammaatti waliin…
Read More...
Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atileetoonni Itiyoophiyaa itti eegaman ni fiiggama.
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan har'a Jaappaan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii addunyaa 20ffaan boru Tookiyootti eegala
Finfinnee, Fulbaana 2, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii addunyaa 20ffaan boru Jaappaan magaalaa Tookiyootti eegala.
Itiyoophiyaan fageenya meetira 800 hanga Maaraatoonnitti Koorniyaa lamaaninuu dorgommicharratti ni hirmaatti.…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe
Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.
Jilli garee Atileetiksii kun wayita buufata…
Seeraaliyoon 2 – 0 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Seeraaliyooniin injifatame.
Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee taphatameen Seeraaliyoon…
Waaliyaawwan har’a Seeraaliyoon waliin taphatu
Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Seeraaliyoon waliin tapha gullaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa ni taphata.
Falmiin har’a waaree booda sa'aatii 10:00 eegalee…
Federeeshinichi FIFA’f komii dhiyeesse
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Itiyoophiyaan Ijipti waliin taphatteen walqabatee FIFA’f komii dhiyeesseera.
Federeeshinichi hanqina namuusaa mudate hordofee…