Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Kaayirootti ifee kan mul’ate Abbubakar Nuuraa

Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Karra Eegaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Nuuraan ga'umsa olaanaa gulaallii Waancaa Addunyaarratti mul'iseen dinqisiiffannaa olaanaa argateera. Tapha kalessa halkan Waaliyaawwan Kaayirootti Fara'oonoota waliin taphatanirratti Abbubakar Nuuraan ga'umsa mul'iseen haalaan leellifamaa jira.…
Read More...

Ijipti 2 – 0 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Hagayya 30, 2017 (FMC) –Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa Ijiptii fi Itiyoophiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Ijiptiin xumurame. Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ijipti rukkuttaa adabbii walitti aansuun argate lama…

Gaarnaachoon Cheelsiitti makame

Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) –Cheelsiin Lammii Arjentiinaa jifataa sarara cinaa Maanchiister Yuunaayitiid Aleehandiroo Gaarnaachoo mallatteessifachuu ifoomse. Gaarnaachoon Paawundii miiliyoona 40'n Kilaba Lixa Landan Cheelsiif…