Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Mahaammad Quddus Tootenhaamiif mallatteesse

Finfinnee,  Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Tootenhaam Hootispar lammii Gaanaa Weestihaam Yunaayitid irraa Mahammad Quddusiin mallatteessifachuu beeksise. Kilabiin Kaaba Landan Tootenhaam Mahaammad Quddus Paawundii miiliyoona 55niin waliigaltee waggaa 6 mallatteessifateera. Mahaammad Quddus taphoota Piriimiyer Liigii Ingilaand 65  taphateen galchii…
Read More...

Dambi Doolloo 0 – 0 Buna Baaskeet

Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Buna Baaskeet waliin qixa bahe. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa jiruun Kilabni bulchiinsa magaalaa…