Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabe

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lammiin Kirooshiyaa taphataan duraanii Baarseloonaa Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise. Taphataan sarara gidduu duraanii Baarseloonaa, Siiviyaa fi Kilaba Saa’udii Alshabaab, Ivaan Raakiitiich umrii waggaa 37ffaa isaatti tapha Kubbaa Miilaa Dhaabuu ifoomse. Ivaan Raakiitiich biyya isaa…
Read More...