Ispoortii
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Liiverpuul Tootenhaam, Maanchiister Yuunaayitiid ammoo Astoon Viilaa keessummeessan ni eegamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 eegalee Barnileey – Boornimaawuuz, Sandarlaandi ammoo Biraayitan waliin taphatu.
Galgala sa’aatii 2:30 jalqabee…
Read More...
Leeverkuusaan 1 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal Leeverkuusaan waliin qixa bahe.
Arsenaal taphoota Shaampiyoonsi liigii bara kanaan yeroo jalqabaaf qabxii…
Leenjisaa Yohaannis Saahileen taphattoota 23’f waamicha taasisan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Leenjisaan garee Biyyaalessa Itiyoophiyaa Yohaannis Saahilee gulaallii waancaa Afrikaaf taphattoota 23 filachuu ifoomsan.
Taphataan Nageellee Arsii Kabbee Buzunaan yeroo jalqabaaf garee biyyaalessaa…
Morkii Maanchister Siitiin Maadriid, PSG’n ammoo Cheelsii waliin taasisan…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Halkan sa'aatii 2:45 eegalee Arsenaal Leeverkusan waliin morkata.
Halkan sa'aatii 5:00 eegalee falmiin…
Taphoonni mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) - Taphoonni mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa tapha har'a Gaalataasaraay Liiverpuul keessummeessuun eegalamu.
Wal-morkiin kilaboota 16 hirmaachisu kun tapha har'a halkan sa'aatii 2:45…
Nageellee Arsiin Bahiirdaar, Midira Gannat Shireen ammoo Faasiil waliin qixa bahan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan taphoonni har’a sa’aatii 9:00 eegaluun taphataman lamaanuu qixaan xumuraman.
Nageellee Arsiin Bahiirdaar waliin galchii malee qixa yoo…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee falmiin Magaalaan Bahiirdaar Istaadiyeemii Yuunivarsiitii…