Ispoortii
Shaampiyansi Liigiin Awurooppaa har’a jalqaba
Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Taphni Shaampiyansi Liigii Awurooppaa 2024/25 har’a galgalarraa eegalee gaggeeffamuu jalqaba.
Taphichaarratti kilaboonni Awurooppaa 36 kan hirmaatan yoo ta’u, dorgommii har’aatiin sa’atii 1:45 irraa eegalee Yaangi Booyis Astonviilaa waliin akkasumas Juuventus PSV Ayindihoovan waliin taphni ni morkatu.
Tapha…
Read More...
Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii ta’uun mudamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa beeksise.
Leenjisaa Siyyuum Kabbadaan…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Waliigalaa ‘CAF’ akka qopheessitu murtaa’e
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa ‘CAF’ Yaa’ii Waliigalaa Finfinneetti gaggeessuuf murteessuu ibsame.
Koreen Hojii Raawwachiiftuu Konfedereeshinichaa Yaa’ichi Itiyoophiyaa magaalaa Finfinneetti…
Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) –Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.
Galchii Gabriel Magalhães daqiiqaa 64' irratti galcheen Arsenaal Tootenhaam injifateera.
#Oromia #Ethiopia
Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Siidinii injifatan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Awustiraaliyaa magaalaa Siidiniitti gaggeeffame injifataniiru.
Fiigicha dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Warqinash Iddeessaan sa’aatii 2 fi…
Piriimeer Liigii Ingilaandin taphni darbii Kaaba landan har’a taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 4ffaan taphni har’a Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphatamu hawwiin eegama.
Taphni darbii kaaba Landan kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa…
Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtiin kenname
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Naannoon Beenshaangul Gumuz Atileet Tsiggee Dhugumaaf beekkamtii fi badhaasa kenneera.
Waltajjii beekkamtii fi badhaasa kanarratti Atileet Tsiggeef Magaalaa Asoosaa keessaa invastimantiif kan oolu lafa…