Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Waancaa Awurooppaan har’a taphni Xaaliyaanii fi Kirooshiyaa gidduutti taphatamu hawwiin eegama

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwanii biyyoota ramaddii ‘B’gidduutti taasiifamu ni eegama. Halkan saa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni Xaaliyaanii fi Kirooshiyaa gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera. Xaaliyaaniin tapha kana dura taphatte lama keessaa 1 injifachuun…
Read More...

Joorjiyaa fi Cheek qixa ba’an

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaan Joorjiyaa fi Rippaabilkiin Cheek 1 fi 1 qixa ba’aniiru. Galgalaa kana sa’aatii 1:00 irratti taphni Porchugaalii fi Turki gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannaa olaanaan…