Ispoortii
Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaarratti hirmaatuuf gaggeessan taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifame.
Shaampiyoonicharratti Itiyoophiyaan dubartoota 34 fi dhiira 43’n kan hirmaattu ta’uun eerameera.
Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Gargaartuu Koomishinaraa Daraartuu Tulluun akka…
Read More...
Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa’aatii 10:00 irraa jalqabee…
Itiyoophiyaan dorgommii buunyaa Ruwaandaatti gaggeeffameen meedaaliyaa Warqee 2 argatte
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan dorgommii buunyaa Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti gaggeeffame meedaaliyaa Warqee 2 fi Waancaa argatte.
Gennet Tsaggaayeen ulfaatina Kiiloo Giraam 57n gita ishee Ruwaandaan ga’umsa…
Neezerlaandi Poolaandiin 2 fi 1’n injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa baranaan, tapha har’a gaggeeffameen Neezerlaandi Poolaandiin 2 fi 1’n injifatteetti.
Taphaa guyyaa har’a gaggeeffamuu biroon sa’atii 1:00'ttis Islooveeniyaan Deenmaarki…
Tapha Waancaa Awurooppaan Har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa 2024'n har'a taphoonni 3 ni taphatamu
Haaluma kanaan sa'aatii 10:00 irratti Poolaand Neezerlaandi waliin, sa'aatii 1:00 irratti Islovaakiyaa fi Deenmaarki taphni gaggeessan kan…
Siwiizarlaand galchii 3 fi 1n Hangaarii injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa har'a gaggeeffameen gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Siwiizarlaand galchii 3 fi 1n kan Hangaarii injifateera.
Taphni Waancaa Awurooppaa 17ffaa har'a sa'aatii 10:00 eegalee…
Adaamaan galchii 5 fi 0n Hawaasaa injifate
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaa har'a gaggeeffameen Kilabni magaalaa Adaamaa galchii 5 fi 0n Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Taphni har'a sa'aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemuu…