Fana: At a Speed of Life!

Itiyoo Teeleekoom sirna kaffaltii saffisaa ‘toloo’ jedhamu teeleebirriin eegalchiise

Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) – Itiyoo Teeleekoom sirna kaffaltii saffisaa ‘toloo’ jedhamu teeleebirriineegalchiiseera.

Dhaabbatichi Interpiraayizii daandii kaffaltii Itiyoophiyaa waliin ta’uun tajaajila kaffaltii diijitaalaa kana hojiirra oolcheera.

Sirni kaffaltii dijitaalaa kun sochii diinagdee biyyattii keessatti gahee olaanaa kan qabu daandii saffisaa Finfinnee – Adaamaa irratti tajaajila kennamu dijitaalaan walitti hidhuun tajaajila fayyadamtootaa guddisuuf kan akeekeedha.

Maraa’ol Kadiriin

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.