Itiyoophiyaan biyya amantaalee danuu qabdudha- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya amantaalee danuu qabdudha jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech Abeebeen abbootii amantaa fi hoggantoota Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin mata duree “ Dhaabbilee Amantaalee Ilaalama Mootummaa Ida’amuun” jedhuun guyyaa har’aa abbootii amantaa fi hoggantoota Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa waliin mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.