Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) –Dorgommi8 Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaa Meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte.
Maahidar Dastaan dorgommii Biskileetiin Itiyoophiyaaf meedaaliyaa warqee 3ffaa argamsiifte.
Dorgommii Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiru kanaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee 3 galmeessuu dandeesserti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.