Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Dorgommii Atileetiksii har’a eegalameen Itiyoophiyaan fiigicha meetira kuma 3 dubartootaan Meedaaliyaa warqee injifatte.
Keeniyaa fi Ugaandaan sadarkaa 2 fi 3ffaan xumuraniiru.
Dorgommii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 Atileetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffameen ammoo Itiyoophiyaan meedaaliyaa Meetii argatte.
Olompikiin dargaggoota Afrikaa 4ffaan Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jira.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.