Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa sirna nyaataa waliigalaa eegaltee jirti – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 21, 2017(FMC) – Yaa’ii jalqabaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii A.L.A bara 2021 geggeeffamee asi Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa Sirna Nyaataa waliigalaa eegalteetti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Tarsiimoon kun qaama Fooyyessa Dinagdee Gooroo, Fooyyessa Dinagdee mandhalee fi fooyyessa daldalaa ta’uu fuula miidiyaa isaaniin ibsaniiru.
Kunis Sirna nyaataa hunda hammate ijaaruuf haaromsa imaammata lafaa, misooma qonnaa fi faayinaansii baadiyyaa sissi’eessuuf akka gargaaru eeraniiru.
Yoonaatan Biraanuutiin
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.