Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru.
Waliigalticha Komishinara komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eelii fi hoogganaan humna poolisii Jibuutii Koloneel Abdullaayii Abdiin mallateessaniiru.
Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel waliigaltichi hojii tumsa waloo biyyoota lamanii dhimmota nageenyaa fi siyaasaa ni cimsaa jedhaniiru.
Koloneel Abdullaayii Abdiin waliigaltichi aariitiin gara hojiitti hiikuuf xiyyeeffannoon akka hojjetamuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.