Jilli Pireezidaanti Taayyeen durfamu Yaa’ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Jilli Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa’ii waliigalaa 80ffaa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaacjaa jira.
Yaa’iin waliigalaa 80ffaan Mootummoota Gamtoomanii Niwuu Yoorkitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree ‘Tasgabbiin waloomaan’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan cinaatti waltajjiiwwan waloo dhimmoota faayidaa biyyaaleessaa Itiyoophiyaa kabachiisaan ni gaggeeffamu.
#Oromia#Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.