Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriiegziim ta’an
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Lammiin Kaameeruun Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriikaa Ekspoortii Impoortii ta’uun filataman.
Eeloombiin waggoottan kurnan darbaniif Pireezidaantii baankichaa fi dura taa’aa Boordii Daayrekterootaa kan turan Piroofeesar Beeneediiktii Ooraamaahii bakka bu’uun filataman.
Eeloombiin waggoottan 20 darbaniif pireezidaantii itti aanaa baankichaa fi sadarkaa garaagaraatti tajaajilaniiru.
Pireezidaantii 4ffaa baankichaa ta’uun filatamuu isaaniiti.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.