Fana: At a Speed of Life!

Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo murtaa’e

Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Leenjisaa duraanii Riyaal Maadriiid Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo itti murtaa’eera.

Kaarloo Anchilootiin gochaa gibira waliin dhahuu bara faranjootaa 2014 raawwataniin adabbiin kun itti murtaa’e.

Leenjisaa Kaarloo Anchilootiin bara dorgommii xumurame Riyaal Maadriid gadi lakkisuun garee biyyaalessaa Biraaziil leenjisuuf fudhachuun kan yaadatamudha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.